Top Banner
seenuun oolmaa daa’immanii siif daa’ima keetif argannoo baay’ee barbaachisaa ta’ee dha. kanaafuu ati AFFEERRAMTEE jirta ... sagantaa ce’umsa daa’ima keetii gara dagaaginaa mana baruumsaa keessatiif qophaa’e irratti akka hirmaattu. Baga gara waan raajii WaKIDS kana nagahaan dhufte TARKAANFIIN ITTI AANU maal innii? 1. Jalqabbii mana barnootaa irratti: Walitti dhufeenya Maatiif jecha barsiisaa daa’ima keetii waliin wal argi. Walbaruuf carraa isa guddaa argachuu qabduu dha. + Yoo daa’imti kee sadarkaa barnootan duraa yookin kunuunsa daa’imaa keessa ta’e, odeeffannoo ati kennaa barnootaa duraa irraa argatte hiruu kee hubadhu maaloo. + Dbalataanis odeeffannoo qorannaa waa’ee daa’ima keetii tarii ati qabdu kam iyyuu hiruu hubadhu. Adeemsa WaKIDS keessa waa’ee daa’ima keetii isheen/inni maal akka baratan barsiisaa daa’ima keetii gaafadhu. Jalqaba ji’a Sadaasaa irratti: 2. Barsiisaa/stuu gaaffilee kanneen akka kanaa gaafadhu: + Waan daa’imti kiyya akka gaariitti hojjechuu danda’uu maal barattee? + Hujii kutaa barnootaa keessatti raawwatame gargaaruuf ani mana keessatti maal hojjechuun danda’aa? Qabeenyaalee: Weeb saaytii WaKIDS www.k12.wa.us/WaKIDS “Of Beeksisuu!” Barullee qajeelfama walitti dhufeenya maatii haasaa walii irrattii http://bit.ly/18vFfzN Qajeelfamoota Baruumsa Duraa fi Guddinaa Mootummaa Washington, Kutaa 3 ffaa keessa darbee kan dhalatu http://bit.ly/LjwnC6 Amala yeroo baayy’ee gara oolmaa daa’immanii keessa seenuu fi WaKIDS dhaan madaalaman http://bit.ly/12QBJvy Sadarkaalee Qulqullinaa WaKIDS fi Mootummaa Washington State http://bit.ly/19mBRtW 360-725-6161 2013 13-0032 daa’ima keetii as jira. fuul durri ifaan Oolmaa daa’immanii muuxannoo guddaa daa’ima keetif nu waliin hojjechuu keetif galatoomi.
2

WaKIDS Family Brochure - Oromo...oolmaa daa’immaniitti ni simata. • Cimina barattootaa ni madaala. • Amalawwan guddinaa fi barachuu . daa’immanii kan mana barumsaa keessatti

Sep 26, 2020

Download

Documents

dariahiddleston
Welcome message from author
This document is posted to help you gain knowledge. Please leave a comment to let me know what you think about it! Share it to your friends and learn new things together.
Transcript
Page 1: WaKIDS Family Brochure - Oromo...oolmaa daa’immaniitti ni simata. • Cimina barattootaa ni madaala. • Amalawwan guddinaa fi barachuu . daa’immanii kan mana barumsaa keessatti

seenuunoo lmaa da a ’ imman i i

siif daa’ima keetif argannoo baay’ee barbaachisaa ta’ee dha.

kanaafuu at i AFFEERRAMTEE j i r ta... sagantaa ce’umsa daa’ima keetii gara dagaaginaa mana baruumsaa keessatiif qophaa’e irratti akka hirmaattu.

Baga gara waan raajii WaKIDS kana nagahaan dhufte

TARKAANFI IN ITTI AANUmaal inn i i?

1.Ja lqabb i i

mana barnootaa

i r ra t t i :

Walitti dhufeenya Maatiif jecha

barsiisaa daa’ima keetii waliin

wal argi. Walbaruuf carraa isa

guddaa argachuu qabduu dha.

+ Yoo daa’imti kee sadarkaa barnootan duraa yookinkunuunsa daa’imaa keessa ta’e, odeeffannoo atikennaa barnootaa duraa irraa argatte hiruu keehubadhu maaloo.

+ Dbalataanis odeeffannoo qorannaa waa’ee daa’imakeetii tarii ati qabdu kam iyyuu hiruu hubadhu.

Adeemsa WaKIDS keessawaa’ee daa’ima keetiiisheen/inni maal akkabaratan barsiisaa daa’imakeetii gaafadhu.

Ja lqaba j i ’ a Sadaasaa

i r ra t t i :

2.

Barsiisaa/stuu gaaffilee kanneen akka kanaa gaafadhu:

+ Waan daa’imti kiyya akka gaariitti hojjechuudanda’uu maal barattee?

+ Hujii kutaa barnootaa keessatti raawwatamegargaaruuf ani mana keessatti maal hojjechuundanda’aa?

Qabeenyaa lee:

Weeb saaytii WaKIDS www.k12.wa.us/WaKIDS

“Of Beeksisuu!” Barullee qajeelfama walitti dhufeenya maatii haasaa walii irrattii

http://bit.ly/18vFfzN

Qajeelfamoota Baruumsa Duraa fi Guddinaa Mootummaa Washington,

Kutaa 3ffaa keessa darbee kan dhalatu

http://bit.ly/LjwnC6

Amala yeroo baayy’ee gara oolmaa daa’immanii keessa seenuu fi WaKIDS dhaan madaalaman

http://bit.ly/12QBJvy

Sadarkaalee Qulqullinaa WaKIDS fi Mootummaa Washington State

http://bit.ly/19mBRtW

360-725-6161

201313-0032

daa’ ima keet i i as j i ra.fu u l d u r ri i fa a n

Oolmaa daa’immanii muuxannoo guddaa

daa’ima keetif nu waliin hojjechuu keetif

galatoomi.

Page 2: WaKIDS Family Brochure - Oromo...oolmaa daa’immaniitti ni simata. • Cimina barattootaa ni madaala. • Amalawwan guddinaa fi barachuu . daa’immanii kan mana barumsaa keessatti

Maal : WaKIDS.

Yoom: Akkuma daa’imti kee oolmaa daa’immanii seene.

Eessatt i: Mana barumsaa daa’ima keetii haaraattti.

Maal i f : Sababiin isaa waliin hojjechuun, nuti yeroo turtii barachuutif jalqabbii filatamaa uumuu dandeenya.

maal inn i i?To’annaa Guddisa Dandeettiwwanii Olmaa daa’immanii Washington (Washington Kindergarten Inventory of Developing Skills) — yookin WaKIDS — adeemsa kanneen itti aananii dha:

• Barattoota fi maatiiwwan isaanii gara oolmaa daa’immaniitti ni simata.

• Cimina barattootaa ni madaala. • Amalawwan guddinaa fi barachuu

daa’immanii kan mana barumsaa keessatti akka milkaa’an isaan godhu irratti mari’achuu.

Kan si caala daa’ima kee beeku tokko illee hin jiru. Ati miseensa garee isa barbaachisaa kan barachuu daa’ima keetii deeggaruuf gargaartu fi laafina hamma danda’ameen ce’umsa gara oolmaa daa’immaniitti taasistuu dha.

Daand i i gara Mi lkaa ’ inaa:

wal i t t i dhufeenyaMaat i i

Maatiiwwan fi barsiisotni sii fi

daa’ima kee beekuuf sharikummaa uumu.

walii gala daa’ima

madaal l i i

Barsiisotni bakka deeggarsi irra caalaatti

barbaachisu irratti kaayyeffachuuf cimina daa’immanii addaan

baasuu.

ganamaan barachuu

wliin tumssuu

Barsiisotni oolmaa daa’immanii fi

kennitootni barnoota duraa milkaa’ina

daa’immanii gargaaruf odeeffannoo qooddatu.

isaa bu’aan Gara milkaa’ina

daa’ima keetii mana barnootaa keessaa

daandii uumuu.