Ethio-ShepQoonna Gabaan Durfame Babal’isuuf Qonnaan bultoota
lafaa xixiqqaa Irratti Oomishaniif
Projekettii deeggarsa Oogummaa Kennuu.
Qonna Odeeffannoo Gabaan Durfame
Hojiiwwan Projeketii Etiyoo ‘Shep’ Qonnaan bultootni Lafa
Xixiqqaa irratti
oomishan Qonni isaanii qonna gabaan durfame akka ta’u
gahoomsuu.
Sagalee Qoonnaan Bulaa
“ Odeeffannoo fi barumsa qorannoo gabaa irraa argadheen
midhaan
haaraa oomishuuf murteesseera. Sababa waltajjiin qooda
fudhattoota
waliin nuuf godhameen dhiyeessitoota sanyii adda addaa
waliin
qunnamuudhaan mar’achuu keenyaatiin sanyii bituuf haala mijataa
waan
nuuf uumeef baasiin keenya xiqqaateera. Haaluma kanaan carraan
gabaa
keeyna guddachuu danda’eera.
“maasii keenya irratti hojiin agarsisa midhaanota filataman
irratti hojimaata bu’uura qonnaameeshaa naannoo keenya jiruun
baranneera. Isaanis:- qophii Bokaashii (xaa’oo uumamaa),biyyee
haakiimuu, ittifayadama daaraa mukaa fi mala qindaawaa dhibee fi
ilbiisota ittiinto’annu fi kkf. Maloonni kun maloota dura
fayyadamnu irra foyya’aa ta’ee waan argameefmaasii keenya irratti
fayyadamuuf amantaa guutuu akka arganu nu taasiseera.
Teessoo ProjeketiiMinisteera Qonnaa fi Qabeenya Beeyilladaa
Daayireectira Kuduraa fi Muduraa xixiqqaa keessatti Darbii
3ffaaAbbaa Taayiitaa Misoomaa Jallisii OromiyaTeessoo:- Daandii
carecar mana barumsa Lisee gebremariyaam fuullee.Biiroo Qoonnaa
Naannoo AmharaaEmelii፡ [email protected]
FacebookOoddefannoo
haaraargachuufhttps://www.facebook.com/jicashep/fayadama
Ethio-SHEP@2019
Bu’aa Gaarii Lafa Irratti Argaman.
mailto:[email protected]://www.facebook.com/jicashep/
Sadarkaalee/tartiiba ‘Shep’ Barbaachisoo ta’an 4
(Projectiin Etiyo Shep)DegarsaaMisoomaa Biyyoolesaa Biyyaa
Japaaniin godhamu Projecti wagaa shaan yoomu ta’u hojii kan jalqabe
ji’a Ammaajii bara 2009.
Seensa
Kutalee FKN Hojiilee Hojataman
1. Kaayyoo isaa Qonnaan BulaafBeeksisuu
Sagantaa wal barsisuu
2. Hubannoo Qonnaan BulaaGudisuu.
Ragaa bu’uura sassaabuu,Qorannoo Gabaa,Waltajjii
qodafudhattootaa.
3. Qonnaan Bulaan akkaMurteessu
Midhaan filachuu fi sagantaa facaasaa baasuu.
4. Dandeettii ogummaa Qonnaanbula Beeku.
Leenjii ogummaa Qonnaan bultootaaf.
Kutaa 1
KaayyooHojiin kun murteessoo Jalqabaati. sababni isaasdinagedeen
qonnaa akka foyya’u tattaaffii kangodhu Qonnaan bulaan ofuma
isaatiin ta’uu isaatii.
Kaayyoo kana galmaan gahuuf hojiileenhojjatamanKaayyoo projektii
beeksisuuf waltajjii walbeekumsaa qopheesuu.
KaayyooQonnaan bultootni naannoo misooma kuduraa fi muduraa
irratii hojimaataa fooyyessuufbeekumsi Qonnaan bulaa akka
guddaatugochuu. Kunis Qonnaan bultootni bittaa fi gurgurtaa irratti
dhugaalee jiran akka beekaancarraa guddaa uumaaf. Kanaafuu
Qonnaanbulaan gara qonnaa fooyya’aatti akka ce’ukaka’umsa haala
cimaadhaan akka jijjiran isaangargaara. Kayyoo kana galmaan Gahuuf
HojiiwwaanHojjataman
Ragaa bu’uuraa sassabuu,waltajjii
qoodafudhattootaa qopheessuu fi waaltajjiin
kunis Qonnaan bultoota bakka bu’ootaa fi
Ogeessota mootummaa kan hirmaachisudha.
Projektiin ‘Shep’ Qonnaan bultootni ofuma
isaaniitiin yeroo yeroodhaan gabaa naannoo
isaanii jiru akka qoratan hubannoo fi leenjii
gahaa ni kennama. Qorannoo gabaa kana irratti
hunda’uudhaan midhaan oomishu filatee
oomisha.
Dandeettii Ogummaa Qonnaan bulaa guddisuu.
Kutaa 3
KaayyooQonnaan bula murtee ofuma isaaniitiin akkamurteessu
carraa kennuuKayyoo kana galmaan Gahuuf HojiiwwaanHojataman
Qonnaan bulaan odeeffannoo qorannoo gabaa fihaala naannoo isaa
irattii hunda’uudhaan midhaanoomishu akkaa filatuuf oomishinni isaa
yeroogabaan barbaadu akka gahuuf sagantaa facaasaaakka qopheessu
gochuu.
Murtee Qonnaan Bulaa Kutaa 4
KaayyooQonnaan bulaan midhaanota filataman haalagaariin akka
oomishuuf leenjii hojatanii agarsiisuuosoo waal irraa hin citiin
leenjii gahaa kennuu.Kayyoo kana galmaan Gahuuf
HojiiwwanHojjataman
Filannoo maasii irraa hanga qabinsa oomishaboodaa leenjii wal
irraa hin cinne kennuu. KunisQonnaan bulaan midhaan filatee haala
gaariinakka oomishu isaan gargaara.
Qonnaan bulaan dandeettii ogummaa akka argatu
Horddoffii fi Gamaggama:Hojiiwwaan ijoo arfan armaan olitti
ibsaman hojiin agarsiisa irratti erga hojjatamee booda
qonnaanbulaan naannoo sanaa hojii irra oolchuu isaanii hordofuun ni
barbaachisa.
Waltajjii Qooda fudhattootaa(dhiyeessii fi gabaa)
‘Shep’:-waltajjiin qoda fudhattootaa kan qopha’u walitti
hidhaminsa dhiyeessitootaa,daldaltoota gurguddoo,dallaallota,
waldaalee liqii fi waajiraalee mootummaa ilaallatu hunda waliin
quunnamtii jiru jabeessuuf.Waltajjiin qooda fudhattootaa waliti
hidhaminsa bittaa fi gurgurtaatiin muuxannoo amma jiru
fooyyessuufyaada waljijjiiruu fi yaada haaraa burqisiisuuf
fayyada.
Kutaa 2Kaayyoo isaa Qonnaan Bultootaaf ibsu