Top Banner
Muzaa Akko Muzaa Akko Ursula Nafula Catherine Groenewald Demoze Degefa Oromo Level 4
12

Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Jan 21, 2020

Download

Documents

dariahiddleston
Welcome message from author
This document is posted to help you gain knowledge. Please leave a comment to let me know what you think about it! Share it to your friends and learn new things together.
Transcript
Page 1: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Muzaa AkkoMuzaa Akko

Ursula Nafula Catherine Groenewald Demoze Degefa Oromo Level 4

Page 2: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa,kaazzava fi boqqollo ofirra qaba.keesaa bayee dansaa kanture muzaa.Akkoo akakile bayee qaabatulle anaakka sirritti najalatu nanbeeka. Anayeroo bayee gara mana isheetinaaferiti. Icciti xinnos natti himitee jirti.Iciittin tokko garu nijira kan isheen nattihinhimini. innis;” Muzaa akka issaargatudha.”

2

Page 3: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Gaftokko kircaata gudda tokko manaakko kiyya duratin arge. Yeroon fayidaaisaa gafadhu, deebiin isheedha;“Kircaata falfalati,” nanajette. Kircaatasanati anna balaa muzaa bayee tu ture.Waansa baruun barbadee, “Akko ballikun malsigodhaa?” jedheen gafadhe.Deebin ani argadhe: “Isaan kun balaafalfalati.”

3

Page 4: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Akko, muzaa, bala muzaa, fi Kircaatamagraa ilaalu bayee gemechisaadha.Garu akkon wabalesse jennan garaharmee koti na’ergite.” Akko me yerooati qophesitu ya ilaalu….” “Dubbinamani sinjedhu dhagahi akkan anisinjedhe godhi” Jete didde akkon. Anisfigeen demee.

4

Page 5: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Yeroon debi’uu akkon ala qofaa isheetechi. “Akko kircaani esssa, muzuniho?” Deebin ishee garu, “Hundi isanilafa falfala kiyya jiran.” Bayee namaaarsa.

5

Page 6: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Guyyaa lama booda akkon ulee isheemana cisiicha isheeti akkan fidhufnagafate. Akkuman mana seenen foliinmuzaa bilchaata na hawwate. Garaboroo kessa immo Kircaani marga akkokootii nimuldhata. Uffata halkaniduloomadha maramee jira. Olkaseenfolii hawwataa sana dhamdhamee.

6

Page 7: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Sagaleen akko kiyya nanaasise yerooisheen “Mala gootaa,” nanajete. “Dafiulee sana nafidi,” nanjete. Anis dafeenulee ishee fidef. “Maf kolfitaa” jettenagafate. Gaffin ishee akkan wa’eefalfal ishee kananti akkan kolfuunayadachisee.

7

Page 8: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Guyyaa itti aanu yeroo akko harmeekoo ilaalu dhufte, gara mana isheefigeen akka muzaan suni bilchateeilaale. Muzaan bilchaate bayeen argee.Tokko fundheen wandaboo ko kessakayyadhe. Eegan Kircaata uffisee garaalaa baheen muzaa nyaadhe. Bayeemi’aawaa ture.

8

Page 9: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Guyyaa itti aanu yeroo akkoon oddokessa hojjattu, ani suuts jedheen,muzaa fudheen quchisee. Hundiisaanitu bilchataniru. Afaraan isaanifudheen sokkee. Suuta jedhe garabalbalaa deemurree sagalee akkonanadhagah ture. Akkuma ta’eetimuzaa dhoksee gara allati gadi bahee.

9

Page 10: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Guyyaan itti aanu guyyaa gaba’a ture.Akkon ganamaan kaate. Yeroo hundaamuzaa nilchaatafi Kazava gara gabbatikessitee gurgurti. Guyyaa sana isheeargudhaf hinmuddamne. Garu isheemalee yeroo bayee jirachu hindanda’u.

10

Page 11: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Galgaltu guyyaa sana abbaa, harmeekotifi akko kotinin wamame. Malif akkata’e bareen ture. Galgala sana yeroonrafu lammata akkan waantokko illeehinhanne bareen nama tokko irrayu.

11

Page 12: Muzaa Akko · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka.

Storybooks CanadaStorybooks Canadastorybookscanada.ca

Muzaa AkkoMuzaa AkkoWritten by: Ursula Nafula

Illustrated by: Catherine GroenewaldTranslated by: Demoze Degefa

This story originates from the African Storybook (africanstorybook.org) andis brought to you by Storybooks Canada in an effort to provide children’sstories in Canada’s many languages.

This work is licensed under a Creative Commons Attribution 3.0 International License.